LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/09 ful. 8
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2009
Tajaajila Mootummaa—2009
km 4/09 ful. 8

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Muddeetti baay’inni haaraa 8,462 gabaafameera, kunimmoo ji’a tokko qofatti babal’istoonni 100 akka dabalaman argisiisa; dabalamni argame, baay’ina haaraa Muddee 2007 argamee turerra parsantii 5 ol kan caalu ennaa ta’u, bu’aa hojii raawwachaa jirruun argame kanatti baay’ee gammanna. Yeroo hunda argamuufi namoonni haaraan Yihowaa akka jajatan gargaaruudhaaf carraaqqii gochuudhaan, duula addaa naannoo tajaajilaarratti gochaa jirruun, akkasumas sochii Ayyaana Yaadannootiif goonuun, ji’oota ittaananitti baay’inni haaraan akka argamu ni abdanna. Yeroo ammaatti namoota 6,045 ta’an Macaafa Qulqulluu qayyabsiisaa kan jirru yommuu ta’u, warra kaan bartoota gochuutti guddinni argamaa akka jiru argisiisa. Hojii gaarii raawwachuu keessan itti fufaa!

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi