LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/09 ful. 8
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2009
Tajaajila Mootummaa—2009
km 4/09 ful. 8

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman Eblaafi Caamsaa: Barruulee; Waxabajjii: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Adoolessa: Birooshuroota.

◼ Walga’iiwwan koonyaafi biyyoolessaa 2009 addunyaa maratti godhamu beeksisuuf, hundi keenya carraaquu qabna. Babal’istoonni naannoo tajaajilasaaniitti waraqaa afeerrii addaa raabsuuf carraa qabu. Duulli afeerrii kun gumichi walga’ii koonyaa utuu hin godhin torban sadii dura godhamuu qaba.

◼ Babal’istoonni hundi kaardii qomarratti kaa’atamu karaa gumiisaanii argachuu danda’u. Obboloonni walga’ii koonyaa biyyoolessaarratti hirmaatan kaardiidhuma kanatti fayyadamu.

◼ Masaraan Eegumsaa afaan Oromoo ji’a sadiitti al tokko ba’u, ji’a sadiif kan raabsamu waan ta’eef, gumiiwwan ykn tuutni hundi maxxansa armaan booda ba’uuf hamma isaan ga’u ajajuu qabu; akkas gochuun barruu kana haala ga’aa ta’een qabaachuudhaan hamma maxxansi haaraa ittaansee ba’u isaan ga’utti raabsuuf gargaara.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi