Sagantaa Torban Caamsaa 4 Jalqabu
TORBAN CAAMSAA 4 JALQABU
Faarfannaa 11 (85)
❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Ba’uu 23-26
Lak. 1: Ba’uu 24:1-18
Lak. 2: Waa’ee Du’aa Beekumsa Sirrii Argachuun Barbaachisaadha (bh boq. 6 key. 15-20)
Lak. 3: Yeroo Har’aatti Kiristiyaanonni Dhugaa Akkamitti Beekamu? (rs ful. 159 key. 1–5)
❑ Walga’ii Tajaajilaa:
Faarfannaa 12 (113)
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 5: “Yeroo Akkasiitti Tiraaktota Fayyadami.” Obboloonni carraa argatan hundatti tiraaktota akka raabsan jajjabeessi.
Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.
Daq. 15: Bu’aa Namootaaf Yaaduun Qabu. Maatewos 8:2, 3fi Luqaas 7:11-15rratti hundaa’uudhaan maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamu. Namoonni yeroo garaadhaa isaan dhaggeeffannu nu dhaggeeffachuuf fedha kan godhatan maaliifi? Nama haasofsiifne tokko fedhisaa maal akka ta’e, akkasumas wanta isa yaaddessu akkamitti beekuu dandeenya? Maanguddoo, dargaggeessa, barataa kolleejjii, warra, nama dhukkubsate, akkasumas namni gadde yommuu nu mudatu akka isaanii yaannu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?
Faarfannaa 7 (51)