Yeroo Akkasiitti Tiraaktota Fayyadami:
• Barreeffama ati kenniteef namoonni fudhachuu yeroo didan
• Yeroo hojiin itti baay’atu
• Darbee darbee yeroo namoonni manatti hin argamne
• Karaa alidilee ta’een yommuu lallabdu
• Maree jalqabsiisuuf
• Ijoolleen akka lallaban yeroo isaan leenjistu
• Namoonni Macaafa Qulqulluu qayyabsiistan hiriyootasaaniitiif akkamitti dhugaa ba’uu akka danda’an yeroo isaanitti argisiistu
• Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf