LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 5/09 ful. 1
  • Sagantaa Torban Caamsaa 11 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Caamsaa 11 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2009
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN CAAMSAA 11 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2009
km 5/09 ful. 1

Sagantaa Torban Caamsaa 11 Jalqabu

TORBAN CAAMSAA 11 JALQABU

Faarfannaa 14 (117)

❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

fy boq. 5 key. 20-26

❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Bau. 27-29

Lak. 1: Bau. 29:1-18

Lak. 2: Duuni Diina Kan Ta’e Maaliifi? (bh boq. 7 key. 1-6)

Lak. 3: Iddoo Malee Amanamummaa Argisiisuufi Balaa Inni Qabu

❑ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 25 (204)

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Tibba Ayyaana Yaadannootti Qajeelchaa Gargaaraa Ta’uu Dandeessaa? Kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’uu jedhamu ful. 112-113⁠rratti hundaa’uudhaan maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamu. Ulaagaalee qajeelchaa ta’uuf barbaachisan ibsuudhaan, babal’istoonni bardheengaddaa qajeelchaa gargaaraa ta’anii tajaajilaa turan eebbaafi gammachuu isaan argatanii turan akka dubbatan afeeri.

Daq. 10: Maatiidhaan Tajaajilarratti Hirmaachuuf Qophaa’uu! Warra al tokko tokko tajaajilaaf qophaa’uuf jecha yeroo Waaqeffannaa Maatii godhanitti shaakalaniifi itti gaafatamaa maatii ta’an lamaaf gaafannoo godhi. Kan qophaa’an akkamiitti? Qophiin akkasii faayida kan qabu maaliifi? Itti gaafatamaan maatii tokko barruulee raabsuuf jecha shaakala godheen yommuu lallabu kan argisiisu hojiin argisiisni haa dhihaatu.

Daq. 10: “Karaa Salphaa Ta’een Barsiisaa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan irratti mari’atamu.

Faarfannaa 15 (127)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi