Sagantaa Torban Caamsaa 18 Jalqabu
TORBAN CAAMSAA 18 JALQABU
Faarfannaa 12 (113)
❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
fy boq. 5 key 27-28fi saanduqa; boq. 6 key 1-5
❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Bau. 30-33
Lak. 1: Bau. 31:1-18
Lak. 2: Kennaan Dinqiidhaan Fayyisuu Kiristiyaanota Jaarraa Jalqabaatiif Maaliif Kenname? (rs ful. 160 key. 1–161 key. 1)
Lak. 3: Seenaawwan Waa’ee Du’aa Ka’uu Dubbatanirraa Maal Baranna? (bh boq. 7 key. 7-15)
❑ Walga’ii Tajaajilaa:
Faarfannaa 29 (222)
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Maqaan Waaqayyoo Gimbii Jabaadha. Kitaaba Mana Barumsa Tajaajilaa jedhu ful. 274 mataduree xiqqaa lammaffaarratti hundaa’uudhaan haasawaan kan dhihaatu.
Daq. 10: Qabxiiwwan Gaarii Sadan Akkaataa Dhiheenyaatiif Fayyadan. Kitaaba Ragaa Dhiheessuu ful. 9, key. 1rra jirurratti hundaa’uudhaan dhaggeeffattootaa wajjin marii godhamu. Erga yaadicharratti mari’attanii booda, barreeffama Waxabajjiitti raabsamuuf hojiin argisiisni haa dhihaatu.
Daq. 10: “Walga’ii Tajaajilaatiif Qophaa’uu Kan Dandeenyu Akkamitti?” Maree gaaffiifi deebiidhaan godhamu.
Faarfannaa 20 (93)