LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 5/09 ful. 4
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2009
Tajaajila Mootummaa—2009
km 5/09 ful. 4

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Obboloonni biyya keessa jiran hinaaffaa qabaniifi biyya alaatii dhufan, Amajjii kaasanii duula addaarratti miira ho’aadhaan hirmaachaa jiru. Walumaa galatti babal’istoonni parsantii 22 ol ta’an tajaajila yeroo guutuu addaddaarratti hirmaataniiru. Baay’inni babal’istootaa haaraan 8,517 yeroo ta’u, qayyabannaan Macaafa Qulqulluu 6,190 godhameera. Bal’inaan dhugaa ba’ameera. Naannoon tajaajilaa haaraa hedduutti kan lallabame yommuu ta’u, naannoowwan kanaan dura rakkisoodha jedhamanii yaadamanittillee namoonni hedduun qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabaniiru. Waggaa tajaajilaa kana hamma ammaatti walumaa galatti namoonni 374 of murteessuudhaan cuuphamaniiru. Ji’oota shanan darban qofatti parsantii 3 guddina kan argame yommuu ta’u, waggaa darbe garuu guutummaatti parsantii 3.5 ture. Duula addaa kana dabalatee sochiin addaa Ayyaana Yaadannootiif godhamu caalaatti Yihowaa jajachuuf carraa dabalataa nuu argamsiisa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi