LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/09 ful. 1
  • Sagantaa Torban Waxabajjii 8 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Waxabajjii 8 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2009
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN WAXABAJJII 8 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2009
km 6/09 ful. 1

Sagantaa Torban Waxabajjii 8 Jalqabu

TORBAN WAXABAJJII 8 JALQABU

Faarfannaa 25 (204)

❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

fy boq. 6 key. 23-25fi saanduqa; boq. 7 key. 1-6

❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Lew. 1-5

Lak. 1: Lew. 4:1-15

Lak. 2: Mootummaan Waaqayyoo Maal Raawwata? (bh boq. 8 key. 11-23)

Lak. 3: Kiristiyaanonni Aangoosaanii Akkamitti Argisiisuu Qabu?

❑ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 12 (113)

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Ga’ee Guddaa Yesus Kaayyoo Waaqayyoo Keessatti Qabu. Mataduree xiqqaa kitaaba Mana Barumsa Tajaajila Ti’ookraasii ful. 276⁠rra jirurratti hundaa’uudhaan haasawaadhaan kan dhihaatu.

Daq. 10: Barreeffama Waxabajjiitti Raabsamu. Akkaataan dhiheenyaa naannoo tajaajilaa gumichaatiif ta’u tokko, hojiin argisiisaan haa dhihaatu. Akkasumas, barreeffamoota yeroo raabsinu, akka itti qayyabannaa Macaafa Qulqulluu namoota afeeruu dandeenyu kan argisiisu hojiin argisiisni haa dhihaatu.

Daq. 10: “Tajaajilli Keenya Jaalala Waaqayyoof Qabnu Kan Argisiisudha.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 4 (43)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi