LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/09 ful. 4
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2009
Tajaajila Mootummaa—2009
km 6/09 ful. 4

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Duula addaa biyyattii keessatti gochaa turreen Guraandhalli ji’a lammaffaa si’a ta’u, bu’aan argame ji’a Amajjii isa torban shan qabu kan caaludha. Babal’istoonni parsanti 24 ol ta’an tajaajila yeroo guutuurratti karaa addaddaatiin hirmaataniiru! Baay’in haaraa babal’istootaa 8,537 ga’eera. Qajeelchitoonni 1,223 kan ga’an yommuu ta’u, kunis baay’ina haaraadha. Ji’a keessatti guyyaa tokko jechuunis, Sanbadduraa ykn Dilbata qayyabannaa Macaafa Qulqulluu itti namoota afeerru bu’aa argamsiisaa jira. Kanaan kan ka’e, amma qayyabannaa Macaafa Qulqulluu 6,558 gaggeessaa kan jirru yommuu ta’u, kunimmoo guddina waggoottan shanan dura argaman hundaa wajjin kan walitti siqudha. Macaafa Qulqulluu akka qayyabatan namoota afeeruu keessan itti fufaa! Ji’a ittaanutti bu’aa ji’a dhumaa isa duula addaa itti gochaa jirruufi namoonni fedhii qaban Ayyanaa Yaadannoorratti akka argaman afeeruu dabalate, sochii goonuun guddinni ni argama jennee yaana.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi