Sagantaa Torban Adoolessa 13 Jalqabu
TORBAN ADOOLESSA 13 JALQABU
Faarfannaa 13 (124)
❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
❑ Mana Barumsaa Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Lew. 21-24
Lak. 1: Lew. 22:17-33
Lak. 2: Qaamonni Hafuuraa Dhiibbaa Nurraan Ga’uu Kan Danda’an Akkamitti? (bh boq. 10 key. 1-9)
Lak. 3: Kiristiyaanonni Dhugaa Hiyyeessotaaf Akka Yaadan Argisiisuu Kan Danda’an Akkamitti?
❑ Walga’ii Tajaajilaa:
Faarfannaa 28 (224)
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Tajaajilarratti Macaafa Qulqulluutti Fayyadama. Kitaaba Mana Barumsa Tajaajila Ti’ookraasii ful. 145rratti hundaa’uudhaan maree dhaggeeffattoota wajjin taasifamu. Bu’aa hiika Macaafa Qulqulluu maqaa Yihowaa qabutti fayyadamuun qabu kan argisiisu hojiin argisiisni gabaabaan haa dhihaatu.
Daq. 10: Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisuu. Guyyaa addaa qayyabannaa Macaafa Qulqulluu namoota itti afeeruuf ramadame ilaalchisee, muuxannoo tajaajilarratti argatan akka dubbatan ykn babal’istootaaf gaafannoo godhi.
Daq. 10: “Tajaajilakee Bal’ifachuu Dandeessaa?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.
Faarfannaa 22 (130)