LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/09 ful. 2
  • Sagantaa Torban Adoolessa 20 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Adoolessa 20 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2009
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN ADOOLESSA 20 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2009
km 7/09 ful. 2

Sagantaa Torban Adoolessa 20 Jalqabu

TORBAN ADOOLESSA 20 JALQABU

Faarfannaa 4 (43)

❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

fy boq.  8 key. 19-27fi saanduqa

❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Lew. 25-27

Lak. 1: Lew. 25:39-54

Lak. 2: Hafuurota Hamoo Ofirraa Ittisuu Kan Dandeenyu Akkamitti? (bh boq. 10 key. 10-19)

Lak. 3: Addaam Utuu Cubbuu Hin Hojjenne Ta’ee, Dhumarratti Gara Samii Dhaqa Turee? (rs ful. 163 key. 2-3)

❑ Walga’ii Tajaajila:

Faarfannaa 5 (46)

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Kiristosiin Hundee Gochuu. Kitaaba Mana Barumsa Tajaajila Ti’ookraasii ful. 278, Key. 1-4⁠rratti hundaa’uudhaan haasawaan kan dhihaatu.

Daq. 10: Masaraa Eegumsa Hagayyaafi Dammaqaa! Hagayya Raabsuuf Qophaa’uu! Barruulee kan ilaalchisee ibsa gabaabaa erga dubbattee booda, mataduree kamitu xiyyeeffannaa namoota naannoo tajaajilasaaniitti argaman hawwachuu akka dandaa’uufi maaliif akka isaan hawwatu dhaggeeffattoota gaaffadhu. Matadureewwan namoota haasofsiisuuf itti fayyadaman, akkasumas barruulee kana raabsuuf gaaffiiwwaniifi caqasoota barruulee sana keessaa itti fayyadamuu barbaadan ilaalchisee yaada akka kennan gaafadhu. Barruuleen kun akkamitti akka raabsaman hojiin argisiini dhiheessuudhaan xumurii.

Daq. 10: “Walga’iin Aanaa Hariiroo Waaqayyoo Wajjin Qabnu Eeguuf Nu Gargaara.” Gaaffiifi Deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 9 (37)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi