LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/09 ful. 3
  • Sagantaa Torban Adoolessa 27 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Adoolessa 27 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2009
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAAN ADOOLESSA 27 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2009
km 7/09 ful. 3

Sagantaa Torban Adoolessa 27 Jalqabu

TORBAAN ADOOLESSA 27 JALQABU

Faarfannaa 17 (187)

❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

fy boq. 9 key. 1-9

❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Lak.1-3

Lak. 1: Lak. 3:1-20

Lak. 2: Gaarummaan Of Qabuun Kan Barbaachisu Maaliifi?

Lak. 3: Rakkina Addunyaarratti Argamu Kan Fide Waaqayyodhaa? (bh boq. 11 key. 1-9)

❑ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 11 (85)

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Gaaffiiwwanitti Karaa Bu’a Qabeessa Ta’een Fayyadamaa. Kitaaba Mana Barumsa Tajaajila Ti’ookraasii ful. 236 hanga ful. 237, key. 2⁠rratti hundaa’uudhaan maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamu. Yaada kitaabichaarratti hundaa’uudhaan hojiin argisiisni tokko ykn lama haa dhihaatu.

Daq. 10: Abbaafi Haadha Fakkeenya Gaarii Ta’an Lamaaf ykn Sadiifi Gaafannoo Godhi. Maatii wajjin ta’uudhaan tajaajilasaanii raawwachuuf rakkoo isaan mudate kan mo’an akkamitti? Ijoolleensaanii tajaajilarratti hinaaffadhaan akka hirmaataniif maal godhan? Sagantaa Waaqeffannaa Maatii wajjin godhanirratti, ijoolleensaanii tajaajilarratti akka hirmaatan qopheessuuf kan itti fayyadaman akkamiitti?

Daq. 10: “Guyyuma Guyyaan Yihowaa Jajadhaa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 26 (212)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi