Sagantaa Torban Hagayya 10 Jalqabu
TORBAN HAGAYYA 10 JALQABU
Faarfannaa 23 (200)
❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Lak. 7-9
Lak. 1: Lak. 9:1-14
Lak. 2: Waaqayyo Rakkina Ilmaan Namoota Kan Dhabamsiisu Akkamitti? (bh boq. 11 key. 15-21)
Lak. 3: Karaawwan Yihowaaf Amanamoo Ta’uu Keenya Itti Argisiisnu
❑ Walga’ii Tajaajilaa:
Faarfannaa 16 (143)
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Waa’ee Mootummaa Waaqayyoo Ibsuu. Kitaaba Mana Barumsa Tajaajila Ti’ookraasii, ful. 280, key. 1 hanga ful. 281, key. 2rratti hundaa’uudhaan haasawaadhaan kan dhihaatu.
Daq. 20: “Nyaata Hafuuraarratti Argamuuf Qophoofteettaa?” Gaaffiifi Deebiidhaan Kan dhihaatu. Yaadachiisa (ful. 9rra) jiru keessaa barbaachisaa kan ta’e dabalii dhiheessi.
Faarfannaa 11 (85)