LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/09 ful. 3
  • Sagantaa Torban Hagayya 17 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Hagayya 17 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2009
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN HAGAYYA 17 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2009
km 8/09 ful. 3

Sagantaa Torban Hagayya 17 Jalqabu

TORBAN HAGAYYA 17 JALQABU

Faarfannaa 20 (93)

❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

fy boq. 9 key. 23-27fi saanduqa

❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Lak. 10-13

Lak. 1: Lak. 13:17-33

Lak. 2: Jaalallee Waaqayyo Ta’uu Kan Dandeessu Akkamitti? (bh boq. 12 key. 1-9)

Lak. 3: Hiikni 1 Phexros 3:19, 20 maalidha? (rs ful. 164 key. 1)

❑ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 7 (51)

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 15: Manaa Gara Manaatti Tajaajiluu. Kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’uu jedhamu ful. 92, key. 3 hanga ful. 95, key. 2⁠rratti hundaa’uudhaan maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamu. Babal’istoota rakkoowwan hir’ina qaamaa qaban ykn ija laafessa ta’aniifi tajaajila manaa gara manaatti hirmaatan tokko ykn lamaaf gaafannoo godhi. Carraaqqiinsaanii eebba akkami isaani argamsiise?

Daq. 15: “Barumsa Jalqabuuf Qophooftaniittuu?” Gaaffiifi Deebiidhaan kan dhihaatu. Dargaggoota mana barumsaatti akka gaariitti dhugaa ba’an tokko ykn lamaaf gaafannoo godhi. Akkas akka godhan kan isaan gargaare maalidha? Muuxannoo argatan akka dubbatan gaaffadhu.

Faarfannaa 27 (221)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi