Sagantaa Torban Hagayya 24 Jalqabu
TORBAN HAGAYYA 24 JALQABU
Faarfannaa 7 (51)
❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Lak. 14-16
Lak. 1: Lak. 14:26-43
Lak. 2: Seera Waaqayyoo Jaallachuu Jechuun Maal Jechuudha? (Far. 119:97)
Lak. 3: Gaaffiin Seexanni Kaase Siin Kan Ilaalu Akkamitti? (bh boq. 12 key. 10-16)
❑ Walga’ii Tajaajilaa:
Faarfannaa 17 (187)
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Masaraa Eegumsaa Adoolessa-Fulbaanaafi Dammaqaa! Fulbaanaafi Raabsuuf Qophaa’u. Qabiyyee barruulee kana gabaabsii ibsi. Dhaggeeffattoonni gaaffiifi caqasa itti fayyadamuu barbaadan ilaalchisee akka yaada kennan gaafadhu? Hojiin argisiisni tokko ykn lama haa dhihaatu.
Daq. 20: “Rakkoowwan Dhiirotaaf Akka Dhugaa Hin Baane Nu Taasisan Mo’uu.” Gaaffiifi Deebiidhaan kan dhihaatu. Keeyyata 9rratti erga mari’attanii booda jaarsa tokkoof gaafannoo godhi. Mirga tajaajila gumii keessatti argamu argachuuf kan isa gargaare maalidha? Leenjii akkami argate? Leenjii kana eenyurraa argate?
Faarfannaa 25 (204)