LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/09 ful. 6
  • Irraa Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Irraa Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii
  • Tajaajila Mootummaa—2009
Tajaajila Mootummaa—2009
km 8/09 ful. 6

Irraa Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii

Gaaffileen kanaa gad jiran, Mana Barumsa Tajaajila Ti’ookraasii torban Hagayya 31, 2009 jalqabutti kan irraatti mari’atamudha. Ilaaltuun Olaanaa Mana Barumsichaa, kutaawwan Adoolessa 6 hanga Hagayya 31, 2009⁠tti dhihaatanirratti hundaa’uudhaan daqiiqaa 20f irra deebicha geggeessa.

1. Nama warrasaa “arrabse” tokkorratti adabni guddaan kan itti murteeffamu maaliif ture? (Lew. 20:9, hiika bara 1899) [w04 5/15 ful. 24 key. 6]

2. Dhiironni Israa’elootaa hundi Ayyaana Maxinoorratti argamuun waan isaanirraa eegamuuf mataa garbuu mana qulqullummaatti galchamu kan sassaabu eenyu ture? (Lew. 23:5, 11) [w07 7/15 ful. 26 key. 3]

3. Ayyaanni “Iyobeeliyuu” maaliif gaaddidduu ta’a? (Lew. 25: 10, 11) [w04 7/15 ful. 26-27]

4. Haala waaqeffannaa wajjin wal qabateen, ‘milikkinni’ Lakkoofsa 2:2⁠rratti caqasame saba Israa’eliif ergaa dabarsu qaba turee? [w02 9/15 ful. 21 key. 4]

5. Labsitoonni Mootummichaa tajaajila yeroo guutuurratti hirmaatan, akkuma namoonni Israa’el durii Waaqayyoof addaan of baasan godhan amala akkamii argisiisu? (Lak. 6:3, 5, 6) [w04 8/1 ful. 24-25]

6. Seerri Lewoonni soorama akka ba’an kenname, seera bu’uuraa yeroo har’aatti saba Yihowaa gidduutti hojjiirra ooluu danda’u isa kam argisiisa? (Lak. 8:25, 26) [w04 8/1 ful. 25 key. 1]

7. Israa’eloonni ‘cimsanii akka dharra’aan’ kan ibsan akkamitti? Kiristiyaanonni yeroo har’aatti kanarraa barumsa maalii argatu? (Lak. 11:4) [w01 6/15 ful. 14-15; w95 3/1 ful. 16 key. 10]

8. Lamxiidhaan kan rukutamte Miiryaam qofa kan taate maaliif? Kanarraa barumsa maalii arganna? (Lak. 12:9-11) [w04 8/1 ful. 26 key. 2; it-2 ful. 415 key. 1]

9. Iyaasuufi Kaaleb namoota Kana’aan “akkuma buddeena keenyaatti isaan in alalfanna” kan jedhan maaliif? (Lak. 14:9) [w06 10/1 ful. 16 key. 5; it-1 ful. 363-364]

10. Lakkoofsi 21:5 akeekkachiisa maalii nuu kenna? [w99 8/15 ful. 26-27]

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi