LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/09 ful. 6
  • Sagantaa Torban Hagayya 31 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Hagayya 31 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2009
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBA HAGAYYA 31 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2009
km 8/09 ful. 6

Sagantaa Torban Hagayya 31 Jalqabu

TORBA HAGAYYA 31 JALQABU

Faarfannaa 9 (37)

❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

fy. boq. 10 key. 10-18

❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Lak. 17-21

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii

❑ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 12 (113)

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Dhimmicharratti Akka Yaadaniifi Miirasaanii Akka Ibsan Jajjabeessuu Kan Dandeenyu Akkamitti? Kitaaba Mana Barumsa Tajaajila Ti’ookraasii ful. 237 key 3, hanga ful 238, key. 5⁠rratti hundaa’uudhaan maree dhaggeeffattootaa wajjin taasifamu. Yaada kitaabichaarratti hundaa’uudhaan hojiin argisiisni tokko ykn lama haa dhihaatu.

Daq. 20: “Walga’iiwwan Tajaajila Dirree.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 18 (162)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi