LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/09 ful. 10
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2009
Tajaajila Mootummaa—2009
km 8/09 ful. 10

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Waraqaa afeeri afaan shan biyya keenyatti dubbatamaniifi kalardiidhan maxxanfametti fayyadamuudhaan, namoonni Ayyaana Yaadannoorratti akka argaman afeeruuf carraaqqiin goone bu’a guddaa argamsiiseera. Gabaasni guutummaatti dhihaachuu baatus namoonni achirratti argaman 24,701 turan. Kunimmoo baay’ina guddaa si’a lamaaffaatiif argannedha. Ayyaanni bakki guddaan kennamuuf kun naannoo kudhanitti yeroo jalqabaatiif kabajameera. Fakkeenyaaf, baadiyyaa babal’istoonni ja’a qofti jiran tokko keessatti namoonni 149 ayyaanicharratti argamaniiru! Hundi keenya namoota fedhii argisiisuudhaan ayyaanicharratti argaman qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf haa carraaqnu.

Sochiin tajaajila Eblaa baay’ee gaarii kan ture si’a ta’u, Yihowaaf galata guddaa fideera. Ammas baay’inni babal’istootaa haaraan 8,612 ga’uusaa yommuu dhageenyu baay’ee gammanna. Lakkoofsi qajeechitoota gargaaraa 1,122 ennaa ta’u, kunimmoo isa ji’a Bitootessaa ni caala; dimshaashumatti babal’istoota jiran keessaa harki 30⁠ni, tajaajila yeroo guutuu addaddaarratti hirmaataniiru.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi