LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/09 ful. 10
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2009
Tajaajila Mootummaa—2009
km 8/09 ful. 10

Beeksisa

◼ Barreeffamoota Raabsaman Hagayya: Birooshuroota; Fulbaana: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Onkoloolessa: Barruulee; Sadaasa: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?

◼ BARREEFFAMOOTA HAARAA NU HARKA JIRAN: Indeeksii 2008.

◼ BARREEFFAMOOTA AMMAS NU HARKA JIRAN: Ingiliffa: Kitaaba Ragaa Dhiheessu, Sabmiishin, Traaktii: 15, Dargaggootaa—Jireenya Keessanitti Maal Gochuu Yaaddu?

◼ Yeroo tokko tokko babal’istoonni gara wajjira dameetti bilbilanii, guyyaa walga’ii addaa ykn aanaa warri kaan itti geggeessan gaafatu. Gaaffiiwwan akkasii gaafachuu kan qabdan barreessaa gumii keessanii si’a ta’u, innis akka barbaachisummaasaatti daawwataa olaanaa aanaa ykn waajjira damee gaafachuu danda’a.

◼ Haalumaa wal fakkaatun, obboloonni dhuunfaatti bilbiluudhaan barreefamoota ajajanis jiru. Gaaffii akkasii tajaajilaa barreeffamaa ykn ilaaltuu olaanaa tajaajilaa utuu gaafattanii gaariidha.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi