LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/09 ful. 10
  • Sagantaa Torban Fulbaana 7 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Fulbaana 7 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2009
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN FULBAANA 7 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2009
km 8/09 ful. 10

Sagantaa Torban Fulbaana 7 Jalqabu

TORBAN FULBAANA 7 JALQABU

Faarfannaa 21 (191)

❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

fy boq. 10 key. 19-23fi saanduqa

❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Lak. 22-25

Lak. 1: Lak. 22:20-35

Lak. 2: Jireenya Waaqayyoon Gammachiisu Jiraachuu Kan Dandeessu Akkamitti? (bh boq. 12 key. 17-22)

Lak. 3: Hiikni 1  Phexros 4:6 maalidha? (rs ful. 164 key. 2)

❑ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 6 (45)

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Gaaffiiwwan Guyyoota Gara Dhuma Ilaalchisee Ka’aniif Deebii Kennuu. Kitaaba Ragaa Dhiheessuu ful. 241 key. 2 hanga ful. 243, key. 1⁠rratti hundaa’uudhaan maree dhaggeeffattootaa wajjin taasifamu. Hojiin argisiisni gabaabaan tokko ykn lama haa dhihaatu.

Daq. 10: “Sagantaa Walga’ii Addaa 2010.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Daq. 10: Maloota Warra Dhugaaf Ta’an Ittiin Barbaaduun Danda’amu. Kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’uu jedhamu ful. 95 key 3 hanga ful. 96, key. 4⁠rratti hundaa’uudhaan maree dhaggeeffattoota wajjin taasifamu. Babal’isan tokko naannoo tajaajilaa keessanitti bifawwan tajaajilaa jiran keessa tokkoon muuxannoo argate tokko ykn lama akka dubbatu ykn hojiin argisiisaan akka dhiheessu godhi.

Faarfannaa 21 (191)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi