Sagantaa Torban Fulbaana 14 Jalqabu
TORBAN FULBAANA 14 JALQABU
Faarfannaa 15 (127)
❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Lak. 26-29
Lak. 1: Lak. 27:1-14
Lak. 2: Barsiifni Gooftaa Maalidha? Barbaachisaa Kan Ta’e Maaliifi? (Efe. 6:4)
Lak. 3: Lubbuudhaaf Ulfina Kennuu (bh boq. 13 key. 1-9)
❑ Walga’ii Tajaajilaa:
Faarfannaa 18 (162)
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Deddeebii Gaaffii Gochuu. Kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’uu jedhamu mataduree xiqqaa ful. 97rra jiru keeyyata sadiirratti hundaa’uudhaan maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamu. Nama barreeffama dhiheenyatti raabsamaa ture fudhate tokkoof, yommuu deddeebii gaaffiin godhamu kan argisiisu hojiin argisiisni tokko haa dhihaatu.
Daq. 10: Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisuu. Guyyaa qayyabannaa Macaafa Qulqulluu itti namoota afeeruuf ramadametti, babal’istoonni muuxannoo argatan akka dubbatan ykn gaafannoo godhiif. Barreeffama Fulbaanatti raabsamutti fayyadamuudhaan, nama haasofsiisnu tokko yommusuma qayyabannaa Macaafa Qulqulluu akkamitti jalqabsiisuun akka danda’amu kan argisiisu hojiin argisiisni haa dhihaatu.
Daq. 10: “Deebii Deebisuu Kan Qabdu Akkamitti?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.
Faarfannaa 10 (82)