LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/09 ful. 4
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2009
Tajaajila Mootummaa—2009
km 9/09 ful. 4

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Ji’a Caamsaatti baay’ina babal’istootaa haaraa arganneerra. Baay’ina haaraa ji’oottan torba darban walittaansuudhaan argame, gabaasa armaan gadiirraa hubachuu dandeenya:

• Sadaasa 2008 8,363

• Muddee 8,462

• Amajjii 2009 8,517

• Guraandhala 8,537

• Bitootessa 8,597

• Ebla 8,612

• Caamsaa 8,630

Yihowaan akka ‘guddatu’ waan godheef isa galateeffanna. (1 Qor. 3:6) Babal’istoonniifi qajeelchitoonni, hojii Mootummichaa labsuu isa iddoo guddaan kennamuuf kanarratti yeroo hundaa hinaaffaadhaan hirmaachuu keessaniif isin galateeffanna. Barreessitoonni gumiis gabaasni guutummaatti akka qindaa’u gochuusaaniitiif isaan galateeffanna. Fuuldurattis guddinni akka argamuuf carraaqqii gootan akka itti fuftan ni abdanna.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi