LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/09 ful. 4
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2009
Tajaajila Mootummaa—2009
km 9/09 ful. 4

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman Fulbaana: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Onkoloolessa: Barruulee; Sadaasa: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Muddee: Nama Namoota Hanga Har’aatti Jiraatan Hunda Caalu ykn Barsiisaa Guddicha. (Ingiliffa)

◼ Haasawaan addaa tibba Ayyaana Yaadannoo bara 2010⁠nii torban Ebla 12, 2010 jalqabutti dhihaata. Matadureen haasawaa kanaa booda kan beeksifamu ta’a. Gumiiwwan torban sana daawwataa olaanaa aanaatiin daawwataman ykn walga’ii guddaa qaban haasawaa addaa kana torbee ittaanutti fudhatu. Gumiin kamiyyuu haasawaa addaa kana Ebla 12 dura fudhachuu hin qabu.

◼ Teessoofi lakkoofsa bilbila obbolootaa argachuuf jecha namoonni waajjira damee keenya gaafatan jiru. Teessoowwan Galma Mootummaa ilaalchisee isin tajaajilluun kan nuu gammachiisu ta’us, teessoo dhuunfaa keenya garuu akka iccitiitti ilaalla. Kanaaf, gaaffii teessoo dhuunfaa ilaalchisee dhihaatu keessumsiisuu hin dandeenyu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi