Sagantaa Torban Onkoloolessa 5 Jalqabu
TORBAN ONKOLOOLESSA 5 JALQABU
Faarfannaa 23 (200)
❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
fy boq. 11 key. 26-28fi saanduqa
❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Kes. 1-3
Lak. 1: Kes. 2:1-15
Lak. 2: Barabaraaf Lafarra Jiraachuu Ilaalchisee “Kakuu Haaraan” Maal Jedha? (rs ful. 165 key. 3- 166 key. 3)
Lak. 3: Dubartiin Tokko Itti Gaafatamummaashee Raawwachuu Kan Dandeessu Akkamitti? (bh boq. 14 key. 10-16)
❑ Walga’ii Tajaajilaa:
Faarfannaa 9 (37)
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Dhugaasaa Beekuu Barbaaddaa? Maree dhaggeeffattootaa wajjin taasifamu. Gaaffiiwwan tiraakticharraa jiraniifi naannoo tajaajilasaaniitti caalaatti bu’a qabeessa ta’e akka dubbatan dhaggeeffattoota gaafadhu. Tiraaktii kanatti fayyadamuudhaan, qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuun akkamitti akka danda’amu kan argisiisu hojiin argisiisni tokko haa dhihaatu.
Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.
Daq. 10: Namoota Afaan Garabiraa Dubbataniif Dhugaa Ba’uu. Maree dhaggeeffattootaa wajjin taasifamu. Qabxiiwwan sadan buukleetii Guud Niiwus foor Ool Neeshins jedhamu ful. 2rra jiru erga irra deebitee booda, naannoo tajaajilaa keessatti akkaataa itti buukleetii kanatti fayyadamuun danda’amu kan argisiisu hojiin argisiisni tokko haa dhihaatu.
Faarfannaa 26 (212)