LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/09 ful. 2
  • Sagantaa Torban Onkoloolessa 19 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Onkoloolessa 19 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2009
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN ONKOLOOLESSA 19 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2009
km 10/09 ful. 2

Sagantaa Torban Onkoloolessa 19 Jalqabu

TORBAN ONKOLOOLESSA 19 JALQABU

Faarfannaa 23 (200)

❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

fy boq. 12 key. 14-22

❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Kes. 7-10

Lak. 1: Kes 9:1-14

Lak. 2: Amantii Dhugaa Beekuun Kan Danda’amu Akkamitti (bh boq. 15 key. 1-14)

Lak. 3: Macaafni Qulqulluun Namoonni Samiirra Jiraachuuf Abdatan Meeqa Akka Ta’an Ibsa? (rs ful. 166 key. 4-5)

❑ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 11 (85)

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 15: Qorannaa Gochuun Hubannoo Namaa Bal’isa. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii mataduree xiqqaa ful. 33 hanga mataduree xiqqaa ful. 34⁠rratti hundaa’uudhaan haasawaadhaan kan dhihaatu. Haasawaa kana, babal’istoonni namni isaan Macaafa Qulqulluu qayyabsiisan amantiisaa cimsachuufi tajaajilarratti hirmaachuuf akka isa gargaarutti, akkamitti qorannaa gochuu akka danda’u haala argisiisuun dhiheessi. Hojiin argisiisni babal’isaan tokko nama Macaafa Qulqulluu qayyabsiisu tokko faayidaa qorannoo gochuun qabu akka hubatu yommuu isa gargaaru argisiisu haa dhihaatu.

Daq. 15: “Bilbilaan Lallabuun Bu’a Qabeessa Ta’uu Ni Danda’a.” Maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamu. Babal’istoonni lama barreeffama ji’a sanatti raabsamu hojiin argisiisaan akka dhiheessan godhi. Hubachiisa: Biyyicha keessatti bilbilaan dhugaa ba’uu ilaalchisee seerri ba’e jira taanaan, haalli kun xiyyeeffannaa keessa galuu qaba.

Faarfannaa 16 (143)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi