Sagantaa Torban Sadaasa 9 Jalqabu
TORBAN SADAASA 9 JALQABU
Faarfannaa 7 (51)
❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
fy boq. 13 key. 14-22fi saanduqa
❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Kes. 19-22
Lak. 1: Kes. 22:1-19
Lak. 2: Kiristiyaanni tokko Ayyaanawwan Amantii Wajjin Walitti Dhufeenya Qabaniif Ilaalcha Akkamii Qaba? (bh boq. 16 key. 1-10)
Lak. 3: Namoonni 144,000 Yihudoota Keessaa Qofa Kan Filatamanidhaa? (rs ful. 167 key. 1-4)
❑ Walga’ii Tajaajilaa:
Faarfannaa 8 (53)
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Ga’ee Barruulee Raabsuurratti Qabnu. Kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’uu jedhamu, ful. 133, key. 1-3rratti hundaa’uudhaan maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu. Babal’istoonni hundi qabeenya Mootummichaatti karaa bu’a qabeessa ta’een fayyadamuuf itti gaafatamummaan akka isaanirra jiru ibsi.
Daq. 20: “Namoota Fedhii Argisiisan Deebinee Gaafachuu Kan Qabnu Yoomi?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Babal’isaan tokko qayyabannaa Macaafa Qulqulluu qayyabsiisuu galma godhachuudhaan, deddeebii gaaffii yeroo godhu hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.
Faarfannaa 21 (191)