Sagantaa Torban Sadaasa 30 Jalqabu
TORBAN SADAASA 30 JALQABU
Faarfannaa 17 (187)
❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
fy boq. 14 key. 20-25fi saanduqa
❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Kes. 32-34
Lak. 1: Kes. 32:1-21
Lak. 2: “Guyyaan Yihowaa Inni Guddaan” Maalidha? (Sef. 1:14, NW)
Lak. 3: Gaaffiiwwan Kadhannaa Ilaalchisanii Dhihaataniif Deebii Kennuu (bh boq. 17 key. 9-20)
❑ Walga’ii Tajaajilaa:
Faarfannaa 28 (224)
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Barreeffama Muddeetti Raabsamu. Hojiin argisiisni maatiin tokko yaadawwan seensaa tajaajilarratti fayyadamu yeroo qophaa’u argisiisu akka dhihaatu godhi. Mataan maatii yaada seensaa qophaa’e dubbata; achiis miseensi maatii kan biraan fedhiisaatiin yaada seensaasaa dubbata.
Daq. 10: “Nuti Yeroo Hunda Dhugaa Baatota.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.
Daq. 10: Saanduqa Gaaffii. Maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu.
Faarfannaa 18 (162)