Beeksisa
◼ Barreeffamoota Raabsaman Sadaasaa: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Muddee: Gammachuu Maatii; Amajjii: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Guraandhala: Gammachuu Maatii.
◼ BARREEFFAMOOTA HAARAA NU HARKA JIRAN: Afaan Arabaa: Jaalala Waaqayyoo; Afaan Faransaayi: Kaalaandarii 2010; Ingiliffa: Kaalaandarii 2010, “Kottuu Ana Duukaa Bu’i” CDdhaan; Afaan Oromoo: Ekeraa Namoota Du’anii, Namni Jaallattan Yeroo Du’u; Afaan Walaayittaa: Za Rood Tuu Evarlaastiingi Laayif—Haav Yuu Faawondi It?
◼ BARREEFFAMOOTA AMMAS NU HARKA JIRAN: Amaariffa: Macaafni Qulqulluun Dubbii Waaqayyootimoo Kan Namaati?, Gaaffii Dargaggootaa—1, Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’uu, Waaqayyoon Waaqeffadhu, Barabaraaf Gammachuudhaan Lafarra Jiraadhu, Jaallee Waaqayyoo, Kunoo, Ani Waan Hundumaa Haaraa Nan Godha!, Waaqayyo Nurraa Maal Barbaadaa?; Tiraaktii: Dhugaasaa Beekuu Barbaaddaa?; Afaan Arabaa: NW Macaafa Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa bi-12; Afaan Faransaayi: Gammachuu Maatii, Jaalala Waaqayyoo, Gaaffii Dargaggootaa—2; Ingiliffa: Barsiisaa Guddicha, Seenaa Macaafa Qulqulluu; Tiraaktii: T-73 (Dhugaa Baatota Yihowaa [Musiliimotaaf]); Afaan Oromoo: Barumsa Macaafa Qulqulluu; Tiraaktii: Dhugaasaa Beekuu Barbaaddaa?