LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 11/09 ful. 8
  • Sagantaa Torban Muddee 7 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Muddee 7 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2009
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MUDDEE 7 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2009
km 11/09 ful. 8

Sagantaa Torban Muddee 7 Jalqabu

TORBAN MUDDEE 7 JALQABU

Faarfannaa 12 (113)

❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

fy boq. 15 key. 1-10

❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Iya. 1-5

Lak. 1: Iya. 5:1-15

Lak. 2: Waaqayyoon Tajaajiluu Akka Barbaaddu Argisiisuu Kan Dandeessu Akkamitti? (bh boq. 18 key. 1-4)

Lak. 3: Cuuphamuuf Tarkaanfii Akkamii Fudhachuu Si Barbaachisa? (bh boq. 18 key. 5-16)

❑ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 16 (143)

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Naannoo Tajaajilaa Hojjechuuf Gurmaa’uu. Kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’uu jedhamu ful. 102-104⁠rraa, keeyyata ja’an mataduree xiqqaa “Naannoo Tajaajilaa” jedhu jala jiranirratti hundaa’uudhaan maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu. Qophii gumichi godhe ilaalchisee ilaaltuu olaanaa tajaajilaatiif gaafannoo godhi.

Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.

Daq. 10: Ilaalcha Namoota Gaaffii Gaafatanii Hubadhaa. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa ful. 66-68⁠rratti hundaa’ee maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu.

Faarfannaa 2 (15)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi