LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/09 ful. 4
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2009
Tajaajila Mootummaa—2009
km 12/09 ful. 4

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Ji’a Adoolessaafi Hagayyaa iddoowwan hedduutti bokkaan kan ture ta’us, sochiin Yihowaa galateeffachuuf godhame guddaa ture. Ji’a Adoolessaatti qayyabannaan Macaafa Qulqulluu 6,573 geggeeffamuunsaa, seenaa keenya keessatti lakkoofsa guddaa yeroo lammataatiif galmeeffame si’a ta’u, kunis gara fuulduraatti guddinni dabalataa akka jiru argisiisa. Ji’a Hagayyaatti lakkoofsi babal’istootaa haaraan 8,672 kan argame yommuu ta’u, waggaatti dhibbeentaa 4.4 guddina argachuun keenyas nu gammachiiseera.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi