LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/09 ful. 4
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2009
Tajaajila Mootummaa—2009
km 12/09 ful. 4

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman Muddee: Gammachuu Maatii; Amajjii: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Guraandhala: Gammachuu Maatii; Bitootessa: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?

◼ Waraqaan afeerrii Ayyaana Yaadannoo 2010 gumii hundaaf afaan ittiin geggeeffamuun dhiheenyatti ni ergama. Naannoo keessanitti afaan itti fayyadamtan kan biraan yoo jiraateefi afaanota kanaan waraqaa afeerrii kan barbaaddan yoo ta’e, Foormii Barreeffamni Ittiin Ajajamu (S-14) guutuudhaan hamma danda’ame dafee gaafatamuu qaba.

◼ Babal’istoonni hedduun, karaarratti, bakka konkolaataan dhaabatuufi bakka namoonni argaman kamittiyyuu tajaajiluudhaan bu’aa gaarii argataniiru. Kun kan nama galateeffachiisu ta’us, dubbii keenyaan qofa utuu hin ta’in sababi qabeeyyii ta’uudhaanis akka gaariitti dhugaa ba’uu qabna. Babal’istoonni gumii hundumaa keessa jiran, namoota naannoowwan daldalaa, daandiiwwaniifi iddoowwan konkolaataan dhaabamutti miillaan deeman ykn achitti hojjetan akka hin nuffisiisneef naannoosaanii darbanii utuu tajaajiluu baatanii gaariidha. Tajaajila keenya karaa seeraafi ulfina qabuun raawwachuuf, naannoo tajaajilaa nuu kenname qofaatti hojjechuu qabna; kanarra darbinee kan deemnu, Koreen Tajaajilaa Gumii kan biraa gargaarsi akka isaaniif godhamu qophii yoo godhe qofadha. Akkasumas, naannoo Galma Mootummaa gumiiwwan tokkoo ol itti fayyadamaniitti tajaajiluu kan qabu, gumii Galmi Mootummaa sun naannoo tajaajilaasaa keessatti argamu qofadha.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi