Torban Amajjii 4 Jalqabu
Torban Amajjii 4 Jalqabu
❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
fy Boq. 16 key. 13-18fi saanduqa
❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Iya. 16-20
Lak. 1: Iya. 17:1-10
Lak. 2: Namoonni Gara Samii Dhaqan Achii Maal Hojjetu? (rs ful. 168 ¶3-7)
Lak. 3: ‘Yaadni Walaallammiin’ Yihowaa Kan Hin Gammachiisne maaliifi? (1 Mot. 18:21)
❑ Walga’ii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Nama Macaafa Qulqulluu Qayyabsiistan Garaa Tuquuf Gaaffiitti Fayyadamaa. Matadureewwan xixiqqoo lamaan kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa fuula 239rra jiranirratti hundaa’ee haasawaadhaan kan dhihaatu.
Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.
Daq. 10: Tajaajilarratti Barreeffamoota Macaafa Qulqulluurratti Hundaa’an Fayyadamaa. Kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’uu jedhamu fuula 100fi 101, keeyyatoota sadan mataduree “Barreeffamoota Macaafa Qulqulluurratti Hundaa’an Fayyadamuu” jedhu jala jiranirratti hundaa’ee marii dhaggeeffataa wajjin godhamuun kan dhihaatu. Ilaaltuun Olaanaa tajaajilaa ykn jaarsi gumii tokko, barreeffamoota keenya haala gaariidhaan fayyadamuufi balleessuu dhiisuun akkamitti akka danda’amu yaada akka kennan afeeri.