LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 1/10 ful. 4
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2010
Tajaajila Mootummaa—2010
km 1/10 ful. 4

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Waggaa tajaajilaa isa haaraatti lakkoofsi babal’istootaa 8,623 kan ga’e si’a ta’u, waggaa darberra dhibbeentaa tokkoon guddina argisiiseera. Isaan kana keessaa gara 5,000 kan ta’an Finfinnee keessatti tajaajilu. Yeroo ammaatti biyya keenyatti babal’isaa tokkoof giddu galeessaan namoonni 8,649 kan ga’an si’a ta’u, Finfinneedhaa alatti garuu namni tokko namoota 20,000f ga’a. Kun jijjiirama guddaa ta’uyyuu, namoota miliyoonaan lakkaa’amaniifi ammayyuu misiraachicha hin dhageenye gargaaruuf dammaqinaan carraaquu qabna. Kana malees, ji’i Fulbaanaa yeroo waraqaa afeerrii bareedaa ta’etti fayyadamnee namoonni walga’iiwwan koonyaarratti akka argaman itti afeereefi deebii gaarii itti arganne ture.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi