LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 1/10 ful. 4
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2010
Tajaajila Mootummaa—2010
km 1/10 ful. 4

Beeksisa

◼ Barreeffamawwan raabsaman Amajjii: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Guraandhala: Gammachuu Maatii; Bitootessa: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Ebla: Barruulee.

◼ Ayyaanni Yaadannoo 2011 Dilbata, Ebla 17, erga biiftuun lixxee booda kabajama. Guyyaansaa dursee himamuunsaa, Galma Mootummaa tokkotti gumiiwwan hedduun kan fayyadaman yoo ta’eef galmi kan biraan kan barbaachisu yoo ta’e, obboloonni Ayyaana kanaaf dursanii iddoo akka barbaadan ykn galma akka kireeffatan gargaara.

◼ Guraandhalaa kaasee, haasawaan sabaa haaraan ilaaltonni olaanaa aanaa dhiheessan matadureensaa “Mootummaan Waaqayyoo Yeroo Ammaatti Maal Nuu Gochaa Jira?” kan jedhu ta’a.

◼ BARREEFFAMOOTA HAARAA NU HARKA JIRAN: Caaffata Qulqullaa’oo Guyyaa Guyyaan Qoruu 2010 (Amaariffa, Ingiliffa, Afaan Faransaayi, Afaan Oromoo, Tigriffa).

◼ BARREEFFAMOOTA AMMAS NU HARKA JIRAN: Amaariffa: Waaqayyo Nurraa Maal Barbaada?; T-26; Afaan Faransaayi: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Afaan Oromoo: T-16, T-27.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi