Beeksisa
◼ Barreeffamoota raabsaman Eblaafi Caamsaa: Barruulee; Waxabajjii: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Adoolessa: Birooshuroota.
◼ Torban walga’iiwwan koonyaa, aanaafi addaa godhamanitti, gumiiwwan Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii, Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasiifi Walga’ii Tajaajilaa hin qabaatan. Kanaaf, hundi keessan barumsawwan walga’iiwwan kanarratti dhihaatan dhuunfaa keessanitti, tariimmoo Waaqeffannaa Maatiirratti akka qayyabatan isin jajjabeessina.
◼ Haasaan addaa tibba Ayyaana Yaadannoo 2010tti dhihaatu matadureensaa, “Nagaafi Gabiin Dhugaa Yoom Dhufa?” kan jedhu ta’a.