LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/10 ful. 8
  • Torban Caamsaa 3 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Torban Caamsaa 3 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN CAAMSAA 3 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2010
km 4/10 ful. 8

Torban Caamsaa 3 Jalqabu

TORBAN CAAMSAA 3 JALQABU

Faarfannaa 4

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

lv boq. 6 key. 1-9

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: 2 Sam. 1-3

Lak. 1: 2 Sam. 2:12-23

Lak. 2: Yesus Tajaajilarratti Maqaa Waaqayyootti Fayyadameeraa?

Lak. 3: Seerawwan Bu’uuraa Macaafa Qulqulluu Gaa’ellikee Milkaa’aa Akka Ta’uuf Si Qopheessan (fy ful. 26 saanduqa irra deebii)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 31

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Namni Haasofsiisnu, ‘Isin Yesusitti Hin Amantan’ Yeroo Jedhutti. Kitaaba Ragaa Dhiheessuu fuula 220⁠rratti hundaa’ee, maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu.

Daq. 10: Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa.

Daq. 10: Tuutaan Lallabuudhaan Eebba Argadhaa. Kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’uu jedhamu fuula 108, keeyyata 1-3⁠rratti hundaa’uudhaan maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu. Ilaaltuun olaanaa tajaajilaa, walga’iin tajaajila dirree yoomiifi eessatti akka godhamu akka dubbatu afeeri. Dhaggeeffattoonni, qophii kana deggeruufi babal’istoota gareesaanii keessatti ramadaman kaanii wajjin tajaajiluusaaniitiin, faayidaa maalii akka argatan akka dubbatan afeeri.

Faarfannaa 17

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi