LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 5/10 ful. 3
  • Torban Caamsaa 24 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Torban Caamsaa 24 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN CAAMSAA 24 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2010
km 5/10 ful. 3

Torban Caamsaa 24 Jalqabu

TORBAN CAAMSAA 24 JALQABU

Faarfannaa 37

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

lv boq. 7 key. 1-9, saanduqa ful. 76, 78

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: 2 Sam. 13-15

Lak. 1: 2 Sam. 13:23-33

Lak. 2: Fakkeenyi Namicha Sooressaafi Alaazaar Hiiknisaa Maalidha? (rs ful. 175 key. 2-176 key. 1)

Lak. 3:Biyya Lafaatti Guutummaatti Fayyadamuu Kan Hin Qabne Maaliifi? (1 Qor. 7:31)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 32

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Waxabajjiitti Barruulee Raabsuuf Qophaa’uu. Maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu. Qabiyyee barruulee sanaa, daqiiqaa tokkoo hanga lamaa gidduutti ibsi. Achiis matadureewwan lama ykn sadii filadhuutii, gaaffiifi caqasa dhaggeeffattoonni yaada seensaasaanii keessatti itti fayyadamuuf yaadan gaafadhu. Barruuleen lamaanuu akkamitti akka raabsaman hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Daq. 20: “Atis Qajeelchaa Gaarii Ta’uu Ni Dandeessa!” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 26

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi