LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 5/10 ful. 8
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2010
Tajaajila Mootummaa—2010
km 5/10 ful. 8

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Ji’a Amajjiitti, duula addaa yeroo sadaffaatiif naannoo tajaajilaa keenyatti godhamu jalqabneerra. Hanga ammaatti biyyoota alaa shanii obboloonni 28 kan dhufan si’a ta’u, biyya keessaammoo obboloonni gara 400 duula kanarratti hirmaachaa jiru. Akkuma waggoottan darbanii, warri bakka itti ramadamanii deebi’an namoota fedhii qaban waan argataniif gammachuudhaan guutamaniiru.

Lakkoofsi babal’istoota gabaasa godhanii 8,652 si’a ta’u, guddina haaraa Hagayya darbetti argamerraa hamma tokko kan xinnaatudha. Giddu galeessaan sa’aatiin 13.1fi qayyabannaan Macaafa Qulqulluu 0.3 gabaafameera. Yihowaan namoota 6,262 Macaafa Qulqulluu qayyabatan kana akka eebbisu ni kadhanna; isaan keessaas tibba Ayyaana Yaadannootti tajaajila kan jalqaban akka jiraatan ni abdanna. Tiraaktii Dhugaasaa Beekuu Barbaaddaa? jedhamuufi kitaaba Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhamutti akka gaariitti fayyadamuudhaan namoonni Macaafa Qulqulluu akka qayyabatan kan afeerru yoo ta’e, namoonni hedduun michoota Yihowaa akka ta’an akka gargaarru homaa hin shakkisiisu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi