LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/10 ful. 4
  • Torban Adoolessa 5 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Torban Adoolessa 5 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN ADOOLESSA 5 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2010
km 6/10 ful. 4

Torban Adoolessa 5 Jalqabu

TORBAN ADOOLESSA 5 JALQABU

Faarfannaa 43

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

lv boq. 8 key. 19-26, saanduqa ful. 94, 96

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: 1 Mot. 7-8

Lak. 1: 1 Mot. 8:14-26

Lak. 2: Ogeessota Goonee Akka Of Hin Ilaalleef Akeekkachiisni Kan Nuu Kenname Maaliifi? (Isa. 5:21)

Lak. 3: Haati Manaa Abbaa Manaashee Kan Gargaartu Akkamitti? (fy ful. 34-5 key. 16-19)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 7

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.

Daq. 10: Karaawwan Tajaajilakee Bal’ifachuu Itti Dandeessu—Kutaa 1. Haasaa kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’uu fuula 111, keeyyata 1 hanga fuula 112, keeyyata 2⁠rratti hundaa’ee dhihaatu. Babal’isaa tajaajilasaa bal’ifachuuf jecha naannoo kan biraa dhaqe ykn afaan kan biraa barate tokko ykn lamaaf gaafannoo godhi. Rakkoowwan akkamii mo’uun isaan barbaachiseera? Maatiin ykn gumiinsaanii kan isaan gargaare akkamitti? Kana gochuusaaniitiin eebbi akkamii argataniiru?

Daq. 10: Barattoonni Keessan Akka Of Qoran Gargaaraa. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa fuula 261, keeyyata 1, hanga dhuma fuula 262⁠rratti hundaa’ee maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu.

Faarfannaa 47

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi