LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/10 ful. 3
  • Torban Adoolessa 26 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Torban Adoolessa 26 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN ADOOLESSA 26 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2010
km 7/10 ful. 3

Torban Adoolessa 26 Jalqabu

TORBAN ADOOLESSA 26 JALQABU

Faarfannaa 13

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

lv boq. 9 key. 22-26, saanduqa ful. 109, kutaa dabalataa ful. 218-219

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: 1 Mot. 15-17

Lak. 1: 1 Mot. 15:1-15

Lak. 2: Guyyoota Ayyaanaa Kabajuu Ilaalchisee Seerawwan Bu’uuraa Warra Kamiin Geggeeffamuu Qabna? (rs ful. 178 key. 4–179 key. 3)

Lak. 3: Armaagedoon Dhufuunsaa Maaliif Barbaachise?

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 54

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Karaawwan Tajaajilakee Bal’ifachuu Itti Dandeessu—Kutaa 3. Haasaa kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’uu fuula 114, keeyyata 1 hanga fuula 115, keeyyata 3⁠rratti hundaa’ee dhihaatu. Babal’istoonni gumii keessatti fakkeenya ta’aniifi Mana Barumsaa Leenjii Tajaajiltootaa ykn Mana Barumsaa Giil’aad galanii turan, leenjii isaaniif kennamerraa bu’aa maalii akka argatan gaafannoo godhi. Namni akkasii gumii keessan keessa hin jiru taanaan, muuxannoowwan barreeffamarraa argatte dubbadhu.

Daq. 10: Ji’a Hagayyaatti Barruulee Raabsuuf Qophaa’uu. Maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu. Daqiiqaa tokko ykn lama fudhadhuutii qabiyyee barruulee kanaa ibsi. Achiis mataduree lama ykn sadii filadhuutii, dhaggeeffattoonni gaaffiifi caqasa itti fayyadamuun danda’amu akka dubbatan afeeri. Maxxansi lamaanuu akkamitti akka raabsaman hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: “Ogummaan Waaqayyoo Ija Hojii Isaatiin Dhugaa Argate.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 15

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi