Torban Hagayya 9 Jalqabu
TORBAN HAGAYYA 9 JALQABU
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
lv boq. 10 key. 9-15, saanduqa ful. 114
□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: 1 Mot. 21-22
Lak. 1: 1 Mot. 22:1-12
Lak. 2: Waa’ee Ayyaana Qilleefi Waggaa Haaraa, Maal Beekuu Qabna? (rs ful. 179 key. 4–180 key. 4)
Lak. 3: Fakkeenyi Eliyaas Waa’ee Kadhannaa Maal Nu Barsiisa? (Yaq. 5:18)
□ Walga’ii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Jijjiiramni Tirannaa Saayinsiirratti Kan Hundaa’edhaa? Kitaaba Ragaa Dhiheessuu ful. 121, key. 4 hanga ful. 126 key. 5rratti hundaa’uudhaan maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barreeffama kanatti fayyadamanii mana barumsaatti ykn carraa argatan kaanitti dhugaa ba’uudhaan muuxannoo argatan akka dubbatan gaafadhu.
Daq. 10: Galmawwan Hafuuraakee Maalfa’i? Kitaaba Gurmaa’uu jedhamu ful. 117 key. 1 kaasee hanga dhuma boqonnichaarratti hundaa’uudhaan maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu. Gargaarsa warrasaanii ykn obboloota kaanirraa argataniin tajaajila yeroo guutuurratti hirmaachuudhaaf galma baafatanii turan akka dubbatan dhaggeeffattoota gaafadhu.
Daq. 10: “Qophii Kiristiyaanotaaf Godhame.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Guyyaansaa ni beekama taanaan, guyyaa gumiin keessan walga’ii aanaa itti godhu beeksisi. Dhaggeeffattoonni faayidaa walga’ii aanaa dhiheenyatti godhamerraa argatan akka dubbatan gaafadhu.