LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/10 ful. 2
  • Torban Hagayya 16 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Torban Hagayya 16 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN HAGAYYA 16 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2010
km 8/10 ful. 2

Torban Hagayya 16 Jalqabu

TORBAN HAGAYYA 16 JALQABU

Faarfannaa 44

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

lv boq. 10 key. 16-24

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: 2 Mot. 1-4

Lak. 1: 2 Mot. 1:1-10

Lak. 2: Badhaadhummaan Gammachuu Dhugaa Kan Hin Argamsiisne Maaliifi? (Lal. 5:10)

Lak. 3: Akka Humna Keessaniitti Jiraadhaa (fy ful. 39-41 key. 1-6)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 9

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Namni Qayyabsiistu Babal’isaa Akka Ta’u Gargaari. Kitaaba Gurmaa’uu jedhamu ful. 78, key. 3 hanga dhuma ful. 80⁠rratti hundaa’ee haasaadhaan kan dhihaatu.

Daq. 10: Faayidaa Misiraachichaa Akka Hubatan Gargaari. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii jedhamu ful. 158-59⁠rratti hundaa’ee maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni dhimmawwan namoota naannoo tajaajilaasaaniitti argaman yaaddessanirratti yaada akka kennan gaafadhu. Dhimmawwan namoota yaaddessan kana akkaataa dhiheenyaa keenyaa wajjin akkamitti walsimsiisuu akka dandeenyu akka dubbatan afeeri.

Daq. 10: “Nyaata Yeroosaatti Dhihaatu.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Guyyaansaa ni beekama taanaan, guyyaa gumiin keessan walga’ii addaa itti godhu beeksisi.

Faarfannaa 43

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi