LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/10 ful. 3
  • Torban Hagayya 23 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Torban Hagayya 23 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN HAGAYYA 23 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2010
km 8/10 ful. 3

Torban Hagayya 23 Jalqabu

TORBAN HAGAYYA 23 JALQABU

Faarfannaa 44

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

lv boq. 11 key. 1-9

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: 2 Mot. 5-8

Lak. 1: 2 Mot. 6:8-19

Lak. 2: Ayyaanni “Ekeraa Namoota Du’anii” Yaadachuuf Godhamu Maddisaa Maalidha? (rs ful. 181 key. 3–182 key. 1)

Lak. 3: Fedhiin Foonii Waaqa Ta’uu Kan Danda’u Akkamitti? (Filp. 3:18, 19)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 52

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Ji’a Fulbaanaatti Maree Jalqabaarratti Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisaa. Maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu. Ji’a Fulbaanaatti kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu jedhamu raabsuufi keeyyata tokko ykn lamatti fayyadamuudhaan nama mariisisuuf yaalii goona. Akkaataa kana gochuun itti danda’amurratti mari’adhaa. Hojiin argisiisni tokko ykn lama akka dhihaatu godhi.

Daq. 20: “Karaa Alidilee Ta’een Dhugaa Ba’uu Ni Dandeessu!”—Kutaa 1. Keeyyata 1-8⁠rratti hundaa’ee gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Yaadawwan kennaman tokko ykn lama hojiin argisiisaan akka dhihaatan godhi.

Faarfannaa 31

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi