LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/10 ful. 8
  • Torban Fulbaana 6 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Torban Fulbaana 6 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN FULBAANA 6 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2010
km 8/10 ful. 8

Torban Fulbaana 6 Jalqabu

TORBAN FULBAANA 6 JALQABU

Faarfannaa 11

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

lv boq. 11 key. 20-22, saanduqa ful. 131

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: 2 Mot. 12-15

Lak. 1: 2 Mot. 13:1-11

Lak. 2: Karaawwan Hafuura Qulqulluu Itti Argannu

Lak. 3: Mana Akka Gaariitti Qabuun Hojii Maatiiti (fy ful. 42-4 key. 7-11)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 23

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Dhugaa Baatonni Yihowaa Raajota Sobuu Miti. Kitaaba Ragaa Dhiheessuu jedhamu ful. 136 key. 3 hanga ful. 137⁠rratti hundaa’ee maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu. Yaada ful. 137⁠rra jiru keessaa tokkotti fayyadamuudhaan hojiin argisiisni akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.

Daq. 10: Babal’isaa amanamaa waggoota hedduudhaaf Yihowaa tajaajile tokko ykn lamaaf gaafannoo godhi. Hojii lallabaarratti yommuu hirmaachuu jalqabanii kaasee jijjiirama akkamii arganiiru? Lallabuufi barsiisuu ilaalchisee Jaarmiyaa Yihowaa keessatti guddina akkamii arganiiru? Jaarmiyaan kun hojii lallabaatti akka guddatan kan isaan gargaare akkamitti?

Faarfannaa 53

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi