LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/10 ful. 1
  • Torban Fulbaana 13 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Torban Fulbaana 13 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN FULBAANA 13 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2010
km 9/10 ful. 1

Torban Fulbaana 13 Jalqabu

TORBAN FULBAANA 13 JALQABU

Faarfannaa 18

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

lv kutaa dabalataa ful. 219-221

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: 2 Mot. 16-18

Lak. 1: 2 Mot. 17:1-11

Lak. 2: Waa’ee Guyyaa Vaalentiinaa, Guyyoota Haadhotiin Itti Kabajamaniifi Ayyaanota Biyyoolessaa Wanti Beeknu Maalidha? (rs ful. 182 key. 3–183 key. 2)

Lak. 3: Macaafni Qulqulluun Ragaa Tokko Malee Waaqayyotti Akka Amannu Nu Jajjabeessaa?

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 47

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Ulfina Tajaajiltoota Waaqayyoo Ta’uudhaan Argamu. Kitaaba Gurmaa’uu jedhamu ful. 77 hanga 78, key. 2⁠rratti hundaa’ee haasaa miira ho’aadhaan dhihaatu.

Daq. 20: “Humna Macaafni Qulqulluun Jireenya Namootaa Jijjiiruuf Qabu.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 37

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi