Torban Fulbaana 27 Jalqabu
TORBAN FULBAANA 27 JALQABU
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: 2 Mot. 23-25
Lak. 1: 2 Mot. 23:1-7
Lak. 2: Macaafni Qulqulluun Waa’ee Fakkiiwwan Waaqeffannaaf Tajaajilan Hojjechuu Maal Jedha? (rs ful. 183 key. 3-ful. 184 key. 3)
Lak. 3: Kiristiyaanonni Dhugaa Karaawwan Kamiin Ifasaanii Ibsuu Danda’u? (Mat. 5:14-16)
□ Walga’ii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 15: Masaraa Eegumsaa Adoolessaa-Fulbaanaa fi Dammaqaa! Fulbaanaa Raabsuuf Qophaa’u. Mareedhaan kan dhihaatu. Daqiiqaa tokko ykn lamatti fayyadamuudhaan qabiyyee barruulee kanaa ibsi. Achiis mataduree lama ykn sadii filachuudhaan dhaggeeffattoonni gaaffiiwwaniifi caqasoota akkaataa dhiheenyaa itti fayyadamuu barbaadanirratti yaada akka kennan gaafadhu. Hojiin argisiisni barruuleen kun akkamitti akka raabsaman argisiisu akka dhihaatu godhi.
Daq. 15: “Onkoloolessatti Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisuu Dandeessuu?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Hojiin argisiisni tokko ykn lama akka dhihaatu godhi.