Torban Onkoloolessa 18 Jalqabu
TORBAN ONKOLOOLESSA 18 JALQABU
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
lv boq. 13 key. 5-15, saanduqa ful. 150
□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: 1 Sen. 8-11
Lak. 1: 1 Sen. 11:1-14
Lak. 2: Hafuurichiifi Misirrottiin, “Kottu” Kan Jedhan Karaa Kamiini? (Mul. 22:17)
Lak. 3: Macaafni Qulqulluun Ijoolleefi Itti Gaafatamummaa Maatii Ilaalchisee Maal Jedha? (fy ful. 51-2 key. 1-5)
□ Walga’ii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Tajaajilarratti Faayidaa Nama Ilaalaa Dubbachuun Qabu. Kitaaba Mana Barumsaa jedhamu ful. 124, key. 1 hanga ful. 125 key. 4rratti hundaa’ee mareedhaan kan dhihaatu.
Daq. 20: “Birooshura Haaraa Raabsinu!” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Keeyyata 1ffaarratti yeroo mari’attan yaadawwan ijoo birooshurichaa gabaabsii ibsi. Keeyyata 2fi 3rratti erga mari’attanii boodammoo, hojiin argisiisni birooshurichi akkamitti akka raabsamu argisiisu akka dhihaatu godhi. Keeyyata 4rratti erga mari’attanii boodas, deddeebiin gaaffii yeroo godhamu qayyabannaa Macaafa Qulqulluu akkamitti jalqabsiisuun akka danda’amu hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.