LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/10 ful. 4
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2010
Tajaajila Mootummaa—2010
km 10/10 ful. 4

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Waggaa kanatti walga’iiwwan aanaafi addaa hanga dhuma Waxabajjiitti godhamanirratti namoonni 503 cuuphamaniiru. Jiini Waxabajjii yeroo roobaa ta’us, tajaajilarratti sochii cimaan godhamuunsaa nu gammachiiseera. Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu akka jalqabsiisnu gorsa nuu kenname hojiirra oolchuun keenya bu’aa argamsiiseera. Kanaan kan ka’es ji’a Waxabajjiitti namoonni 6,863 ta’an Macaafa Qulqulluu akka qayyabatan kan gabaafame si’a ta’u, lakkoofsi kun qayyabannaa Macaafa Qulqulluu waggaa kanatti geggeeffame hundarra kan caalu ture. Kanaaf, namoota fedhii qaban dhimmitanii gargaaruudhaan, ‘bishaan obaasuu’ keessan akka itti fuftan isin jajjabeessina.—1 Qor. 3:6, 9.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi