Beeksisa
◼ Barreeffamoota raabsaman Onkoloolessa: Barruuleefi tiraaktii Dhugaasaa Beekuu Barbaaddaa?; Sadaasa: Macaafni Qulqulluun Dhaamsisaa Maalidha?; Muddee: Maatiin Gammachuu Argachuu Kan Danda’u Akkamitti? ykn Kitaaba koo Isan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu; Amajjii: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?
◼ AMMAS KAN NU HARKA JIRAN: Ingiliffa: Ool Iskiriipchar, Riveeleeshin Kilaaymaaksi, Kiri’eeshin (isa xinnaa); Afaan Faransaayi: Maay Foloowar.