Torban Sadaasa 1 Jalqabu
TORBAN SADAASA 1 JALQABU
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: 1 Sen. 16-20
Lak. 1: 1 Sen. 17:1-10
Lak. 2: “Qulqulloonni” Waaqayyoon Nuu Kadhatu Jennee Fakkiiwwansaaniitti Fayyadamuudhaan Ulfina Addaa Isaaniif Kennuu Qabnaa? (rs ful. 184 key. 9–ful. 185 key. 5)
Lak. 3: Akeekkachiisa Caaffata Qulqullaa’oo Wantoota Kiristiyaanonni Dhugaa Irraa Baqachuu Qaban
□ Walga’ii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Qorumsa Garagaraa Nurra Ga’u Moonee Jiraanna. Kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’uu jedhamu ful. 176 key. 2 hanga ful. 178 key. 2rratti hundaa’ee haasaadhaan kan dhihaatu. Babal’isaan dhibee fayyaa cimaa qabu tokko, hinaaffaa tajaajilasaatiif qabu eegee akka jiraatu wanti isa gargaare maal akka ta’e akka dubbatu gaafannoo gabaabaa godhiif.
Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.
Daq. 10: Ji’a Sadaasatti Barruulee Raabsuuf Qophaa’uu. Mareedhaan kan dhihaatu. Qabiyyee barruulee kanaa daqiiqaa tokko ykn lama gidduutti ibsi. Achiis mataduree lama ykn sadii filadhuutii, dhaggeeffattoonni gaaffiifi caqasa itti fayyadamuu yaadan akka dubbatan afeeri. Hojiin argisiisa maxxansi lamaanuu akkamitti akka raabsamu argisiisu akka dhihaatu godhi.